Itoophiyaan waggoota 50 booda yeroo jalqabaaf 'Gabaa Istookii' akka haaraatti deebiftee jalqabde. Ministirri Muummee Itoophiyaa Abiy Ahimad guyyaa 'seena-qabeessa' jedhan Jimaata Amajji 10, 2025 ...