Abbaan seeraa Mana Murtii Federaalaa Ameerikaa, waajjirri Ilon Maask odeeffannoo lammiilee Ameerikaa miiliyoonaan lakkaa'amanii kan waajjira maallaqaa biyyattii keessa jiru sakatta'uurraa dhorkan ...
Namoonni bineensoota lafarra loo'an (reptile) qaban, biyya Awustiraaliyaatti tuuta bofa summii cimaa qaban 102 Siidnii mooraa namaa keessatti argaman baasuun akka isaan ajaa'ibsiise dubbatu. Korii ...