Ispeermii arjoomuun abbaa ijoollee 180 ta'uu namni himatu hammeenya arjoomni ispeermii hordoffii hin qabne qabuuf agarsiistuu ...
Chaayinaan Wixataarraa kaasee qaraxi oomisha Ameerikaarra kan keesse yoo ta’u, cileerra %15, akkasuma jikita bobba’aarra %10 ...
Finfinnee, Amajjii 08/2025 – Naannoo Kibba Itoophiyaa godina Koree gandoota Kareedaa fi Jaloo jedhamanitti haleellaa hidhattoonni Amajjii 06, 2025 raawwataniin qonnaan bultoonni lama ajjeefamuu ...
Finfinnee, Sadaasa 15, 2024 – Naannoo Amaaraa godina Kibba Walloo aanaa Ambaassal iddoo addaa Roobiit jedhammutti lola taasifameen lammiileen nagaa madaa’uufi manneen jireenyaa diigamuu jiraattonni ...