Pireezidantiin jalqabaa Naamibiyaa bilisoomtee, Saam Nujoomaa waggaa 95tti magaalaa guddoo biyyattii Wiindihookitti du'aan ...
Chaayinaan Wixataarraa kaasee qaraxi oomisha Ameerikaarra kan keesse yoo ta’u, cileerra %15, akkasuma jikita bobba’aarra %10 ...
Finfinnee, Guraandhala 02, 2025 – Manni maree gorsaa bulchiinsi yeroo Tigraay guyyaa kaleessaa hundeesse diyaaspooraafi garee tika nageenyaa of keessatti hin hammanne jedhame. Manni mareen kun ...
Finfinnee, Amajjii 30/2025 – Barattoonni dabartoota muslimaa Yuunivarsiitii Diillaa lakkoofsaan 44 ta’an sababa uffannaa amantii isaanii niqaaba uffataniin mooraa yuunivarsiitichaa akka seenne ...
Some results have been hidden because they may be inaccessible to you
Show inaccessible results