Itoophiyaan waggoota 50 booda yeroo jalqabaaf 'Gabaa Istookii' akka haaraatti deebiftee jalqabde. Ministirri Muummee Itoophiyaa Abiy Ahimad guyyaa 'seena-qabeessa' jedhan Jimaata Amajji 10, 2025 ...
Kilabni Faransaay keessatti beekamu PSGn taphataa Joorjiyaa kana mallatteessifachuuf xumura irra ga'uu Foot Merkato afaan Faransaayiin gabaaseera. Akka gabaasa kanaatti taphataan umrii waggaa 23 ...